Get Mystery Box with random crypto!

በንጹሃን ዜጎች ላይ በህገወጥ እና በኢ-መደበኛ ኃይሎች የሚደርስ ጥቃት እና መተዳደሪያን ማውደም | ብልጽግና ፓርቲ - PROSPERIY

በንጹሃን ዜጎች ላይ በህገወጥ እና በኢ-መደበኛ ኃይሎች የሚደርስ ጥቃት እና መተዳደሪያን ማውደም ተቀባይነት የለውም። ከቅርብ ጊዜ ወዲህ በቤኒሻንጉል እና ኦሮሚያ ክልሎች፣ ዋና ዓላማቸው ኅብረተሰቡን ማሸበር በሆነ አካላት የተፈጸመው የሰው ልጆችን ህይወት የሚቀጥፍ ዘግናኝ ድርጊት የምንታገሰው አይደለም። ጥቃት በደረሰባቸው አካባቢዎች ሰላም እና ደህንነትን መመለስ አሁንም ቅድሚያ የምንሰጠው ተግባራችን ነው።

Haleellaan humnoota alidileefi seeraan ala ta'aniin namoota nagaarratti raawwatamuufi waan isaan ittiin jiraatan barbadeessuun fudhatama hin qabu. Yeroo dhihoo as Naannolee Beenishaangul Gomuziifi Oromiyaatti gochi suukanneessaa lubbuu namootaa galaafate qaamota kaayyoonsaanii guddaan hawaasa shororkeessuu ta'een raawwatame kan obsaan bira darbinu miti. Naannoowwan haleellaan itti raawatametti nagaafi tasgabbii deebisuun hojii ammas dursa keenninuufidha.

Attacks on innocent civilians and destruction of their livelihoods by illegal and irregular forces is unacceptable. There is zero tolerance for horrific acts claiming lives recently in both Benishangul and Oromia regions by elements whose main objective is to terrorise communities. Restoring peace and security in affected communities remains our key priority.