የምንገነባው ተቋማትን ነው:: የጸጥታ ተቋማትን የምንገነባው ኢትዮጵያን ሊያፈርሱ ከሚፈልጉ ኃይሎች ኢትዮጵያን ለመከላከል ነው:: በምንገነባቸው ተቋማት ኢትዮጵያን በሰላም ማቆየት ብቻ ሳይሆን ወደ ብልጽግና ለምታደርገው ሽግግር መሠረት ሆነው በማገልገል ለልጆቻችን የበለጸገች ሰላማዊት ኢትዮጵያን እናወርሳለን:: Kan ijaarru dhaabbileedha. Dhaabbilee nageenyaa kan ijaarru humnootii Itoophiyaa diiguu barbaadanirraa Itoophiyaa eeguufidha. Dhaabbileen ijaarru Itoophiyaa nagaadhaan eeguu qofa utuu hin taiin cehumsa gara badhaadhinaatti gootuuf buura taanii tajaajiluudhaan ijoollee keenyaaf Itoophiyaa nagaa qabeettiifi badhaatuu ni dhaalchifna. 862 views05:08