Get Mystery Box with random crypto!

Magarsaa Qilxuu

የቴሌግራም ቻናል አርማ magarsaaqilxuu — Magarsaa Qilxuu M
የቴሌግራም ቻናል አርማ magarsaaqilxuu — Magarsaa Qilxuu
የሰርጥ አድራሻ: @magarsaaqilxuu
ምድቦች: ፖለቲካ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.03K
የሰርጥ መግለጫ

Hundumtuu guuteet miti
Irra keessa kolfinaa
Kan kaleessaayyu hin qoorre
Madaa keenya hin horfiinaa!
we love Our flag!🟥🟩🟥

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-09-01 22:14:44

151 views19:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 21:42:11 Gurbaan Diimaa konkolaata qilee seena jirtu san harkisaa oole reefuma isaa hafuura fudhachuuf gadi taa'u,Alamayyoo Katamaa Barcaa freshii amma cabde fide bira dhufnan isa dafaqa jiru
Yeroo dhimma Sabicha yaadatu hin qabu,busy dha jechuu barbaadeni.
197 views18:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 21:31:34
Loltuu waraana Pp humna waraana bilisummaa Oromoo WBOn rukkutame waraanni bilisummaa Oromoo erga yaalan booda gara qe'ee isaa qajeelchee jira.

WBO kan ummataatti yeroo jannu sababa waliinii
209 views18:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:14:21 Har'a namni Oromoo tokko yoo ajjeefame ykn waa rakkate sabummaa isaa otoo hintaane, dhaaba ykn garee kamidha jedhanii gaafatu! Kana jechuun Oromummaasaa caala garaafi gareef dursa jechuudha. Ilaalcha akkasiin rakkoo keessaa baanaan abjuun sooromuudha
495 views10:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:05:33 Dhumaatii Uummaata Lixa Oromiyaa keessaa qamoota sadii oltu harka qaba yoo kan Dhugaa jirtu walitti himnu taate.

1,Nqmtiichaa Hattuu Samiichaa Uumaataarattii raawwaachuuf hattoota qindeessee bosoonaa jiru san Faqqadaa Abdiisaati.
2,Qaama Dheengaaddaa Uummaatarraa meeshee hiike hidhattootuma Mootummaa warraa ta'aan sunneen Dirqaama Mootummaan itti keenneen Uummaata sanirraa erga meeshaa hiikaanii booda Fannoo itti gadhiisaanii Uummaata rashaansiisaanidha..

3, Qaama Faqqadaa Abdiisaa saphorti gochaa jiruudha, warreen sun ammoo Biyyaa keessa Hanga biyaa alattii warruma kaleessa Ayyuudha jedhee Uummaanni jala hiriiraa turee fi Uummaannii sun ofirrattii baachaa tureetu har'aa Uummaatichaa ajjeechiisaa Jira.

Uummaannii Sun har'aas rakkoo hamaa keesaa jiraachuutu dubbaatamaa jira please Uummaata kanaaf naasuu haa qabaannuu!
458 views10:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:03:16
Kun hundi Booji'amtoo**ta R*I*B Khananneen TDFn Booji'aman jenna moo Baqattoota duraanuu Bakka itti baqatu dhabee Amma Bakka itti baqatu argate jenna? Loogoon R*I*B kana tahuu qaba.
407 views10:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:57:35
386 views09:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:57:26 Ilmaan Oromoo waamicha AO ABO~WBO dhaga'uun gara mooraa qabsoo WBO geggeessutti makamaa jirtan kabaja qabdu.

Hagayya 31/2022

Ilmaan Oromoo waraana mootummaa Garboomfataa pp keessa jirtan acuuccaafi gidiraa sabni Oromoo argaa tureefi itti jiru hubachuun akkasumas adaba, hidhaafi arrabsoo sanyummaa hanga ajjeechaa lubbuutti Waraana mootummaan isinirratti xiyyeeffate balfuun saba keessaniif loluuf xiiqeffattanii qabsoo hiree murteeffannaa WBO taasisaa jirutti kanneen makamaa jirtan seenaa gurraacha jalaa of baaftaniittu.WBOs simannaa Addaafi kabaja obbulummaan isin keessummeessaa jiraachuus isiniyyuu ragaa ni baatu.Lola kaaba impaayera biyyattii keessatti eegalee jiru keessatti ilmaan Oromoo dura hiriirsuun boodammoo humna Finxaaleyyii faannoon lolatti ittisuun kanneen duuba siqan rashanaa jiraachuun yeroo garaa garaa keessatti dubbatama.Miidhamni keessan miidhama keenya jechuun WBO yeroo adda addaatti waamicha obbolummaa isiniif taasisaa jira.Kunis dhimmi Oromoofi Oromiyaa ilmaan Oromoo qaroo sabaaf arguu qaban hunda waan ilaallatuuf. jaarmiyaan ABO~WBO gatii guddaa Saba isaaf kaffalaa jirutti makamuun hiree ummata Oromoo akka murteessitaniif Waamicha QBO biraa isiniif darbee jiru dhaga'uunis kallattii qabsoo keessaniifi meeshaa keessan gara Walabummaafi Bilisummaa Oromootti akka deeffattan ammas jabeessinee isin hubachiifna.Carraa Waamicha ooggansi WBO isiniif taasisee jirutti akka fayyadamtanis isin yaadachiisuu barbaanna.yeroo isiniif mijatutti qunnamtii keessan tolfachuun jumulaanis ta'e muraasa muraasaan akka of baraartan jabeessinee isiniif dhaamna!
Kanneen WBO tti makamuun isinitti ulfaatus Saba keessan loluurra galtanii maatii keessanitti akka makamtan isiniin jenna.

Uummanni Oromoos Lola ijibbaataa WBO itti jiru jabeessuun waan qabdaniifi waan dandeessaniin bira dhaabbattanii cunqursaa sirna impaayeraan baraan isinirratti aggaamamaa jirutti xumura akka gootan jabeessinee dhaamsa dabarsina.Lolichi Lola Xummura garbummaati.

Gadaan Gadaa xummura Garbummaat
402 views09:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-31 22:22:10
Aariii

B/Jenaraal Mekuanint Jedhama. TDF Waraana isa jala jiru mulluc gootee isammoo qacam goote.
517 views19:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-31 21:50:54
Gadda!

Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti namoota Faa**oon ajj**faman keessaa maqaan namoota muraasaa kunooti.
1.Geetaachoo Dhugumaa
2. Tesfaayee Geetaachoo(ilma)
3. Misgaanaa Soddaa Geetaachooti
4. Tasfaayee Immiruu
5. Gammadaa Abdii
6. Margaa Abdiisaa
7.Fufaa Hundee
8. Awwaqee Jaalataa
9. Baqqalaa Gammachuu
10. Gobooshoo Tarrafaa
11. Abdataa Bayyanaa
12. Malkaamuu
13.Tamee Boongee
14. Hordofaa Hundee
15. Galiiloo Baabuu
16. Bayyanaa Gammadaa
17. Magarsaa Abdiisaa
18. Dhufanii Bogaalee
Kanneen hafan adda hin ba'iinis jiru."
625 views18:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ