Get Mystery Box with random crypto!

Har'a namni Oromoo tokko yoo ajjeefame ykn waa rakkate sabumma | Magarsaa Qilxuu

Har'a namni Oromoo tokko yoo ajjeefame ykn waa rakkate sabummaa isaa otoo hintaane, dhaaba ykn garee kamidha jedhanii gaafatu! Kana jechuun Oromummaasaa caala garaafi gareef dursa jechuudha. Ilaalcha akkasiin rakkoo keessaa baanaan abjuun sooromuudha