Get Mystery Box with random crypto!

Dhumaatii Uummaata Lixa Oromiyaa keessaa qamoota sadii oltu ha | Magarsaa Qilxuu

Dhumaatii Uummaata Lixa Oromiyaa keessaa qamoota sadii oltu harka qaba yoo kan Dhugaa jirtu walitti himnu taate.

1,Nqmtiichaa Hattuu Samiichaa Uumaataarattii raawwaachuuf hattoota qindeessee bosoonaa jiru san Faqqadaa Abdiisaati.
2,Qaama Dheengaaddaa Uummaatarraa meeshee hiike hidhattootuma Mootummaa warraa ta'aan sunneen Dirqaama Mootummaan itti keenneen Uummaata sanirraa erga meeshaa hiikaanii booda Fannoo itti gadhiisaanii Uummaata rashaansiisaanidha..

3, Qaama Faqqadaa Abdiisaa saphorti gochaa jiruudha, warreen sun ammoo Biyyaa keessa Hanga biyaa alattii warruma kaleessa Ayyuudha jedhee Uummaanni jala hiriiraa turee fi Uummaannii sun ofirrattii baachaa tureetu har'aa Uummaatichaa ajjeechiisaa Jira.

Uummaannii Sun har'aas rakkoo hamaa keesaa jiraachuutu dubbaatamaa jira please Uummaata kanaaf naasuu haa qabaannuu!