Get Mystery Box with random crypto!

Gadda! Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaat | Magarsaa Qilxuu

Gadda!

Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti namoota Faa**oon ajj**faman keessaa maqaan namoota muraasaa kunooti.
1.Geetaachoo Dhugumaa
2. Tesfaayee Geetaachoo(ilma)
3. Misgaanaa Soddaa Geetaachooti
4. Tasfaayee Immiruu
5. Gammadaa Abdii
6. Margaa Abdiisaa
7.Fufaa Hundee
8. Awwaqee Jaalataa
9. Baqqalaa Gammachuu
10. Gobooshoo Tarrafaa
11. Abdataa Bayyanaa
12. Malkaamuu
13.Tamee Boongee
14. Hordofaa Hundee
15. Galiiloo Baabuu
16. Bayyanaa Gammadaa
17. Magarsaa Abdiisaa
18. Dhufanii Bogaalee
Kanneen hafan adda hin ba'iinis jiru."