Get Mystery Box with random crypto!

'Namoota Maqaa qabsootiin Awwaday, Haramaayaa, harar, Fi kkf K | Kello Media

"Namoota Maqaa qabsootiin Awwaday, Haramaayaa, harar, Fi kkf Keessaa Qarshii 2500 fuudhaa jiranii Fi Kanneen Nuti Qabsaa'ota jechuu qofaan Hawaasa irraa saamaa jiran Dhagayaa jirraa KANAAFUU Namoota Akkasii Odeeffannoo keessaan nuuf Ergaa
WBOn kallattii mataa isaa qaba waan ta'eef Jaarraa kana keessa sobamuun hin hin jirtuu
#Namoota Qarshii Namaa fuudhanii miliqaniis tokko Tokkoon suuraa isaaniitii wajjiin isiniif saaxilla Yoo Ofirraa deebisuu baatan
Share godhaa bakka hundaan gahaa
Jaal Lalisaa Lammii Irraa share Waliif godhaa