Get Mystery Box with random crypto!

#Haasaya_Hangasa Ibrahim keessaa kan fudhatame… -Iccitii ajje | Kello Media

#Haasaya_Hangasa Ibrahim keessaa kan fudhatame…

-Iccitii ajjeechaa Hacaaluu qabadheen dhufa. Oromoo goota kee dhabdee taaziyaa teessee jirta. Hin taayin.

- Hattuun “Shanee” kijibaa ijaartee ummata ficcisiisti jechuun Kan Jaal Marroon ala Kan Ofiif Sangaanfaa hundeessan jechuudha.

- Drama Hacaaluu Jawartu ajjeese jedhu dalaganii bar.

- Huletenayinet shane new yalew!

- Ichin tenagerre lemut

- Ewuneteynaw ye Jaal Marroo Shane ayidelem Amharan eyegedele yalew.

- Bedenb semugn ! Forjidu Shane new eyegedele yalew. Esun ye feberkut ene Shimallis nachew. Dhugaa dubbadheen du'a.

- Shaneen nu baqachaa jira jedhu. Kijiba isaantu Shanee baqachaa jira

- Shimallis Abdisa, Fiqadu Tasammaa fi Araarsaa Mardaasaatu shira xaxa.

- Taye isaaf dubbachaa jira. Taayyee dhabamsiisuu hin dandeessan.

- Mil.3 akka ani ajjeefamu Muhadin Jebel ilma Jimmaa qacartanii isin dide. Kanaaf ajjeeftan.

- Ummanni isin hin jaalatu, argaa keessan hin barbaadu. Tufamtanittuu . Biyyaas hin baqadhu !!

- Kijibee kursii sin jala hin qabu. Yaa Naf@$nya Naf@$nyaa caaltu. Yaa Booyyee

Waan ajaa’ibaatu asi bayuuf deema! !!