Get Mystery Box with random crypto!

Girroon muranoo gootaa fi kaayyoo isaa hin beekne, injifannoos | Kello Media

Girroon muranoo gootaa fi kaayyoo isaa hin beekne, injifannoos ta'e wareegamuu gootaa yeroo haasoftu namatti hin tolu.

Jaal Ustaaz Kaamil Heeboo dhiira harmeen Oromoof deesse malee, kan girrisni gandaan wal ijaarte kan gandashee qofaa gootee isa xiqqeessituu miti.

WBOn kan Oromoo fi Oromiyaati. Ati mana taa'ii oduu oliif gad mooqi. Inni siin gowwaa kana bilisoomsuuf jecha waa meeqa dhandhamee!