Get Mystery Box with random crypto!

Kello Media

የቴሌግራም ቻናል አርማ kellomediaw30 — Kello Media K
የቴሌግራም ቻናል አርማ kellomediaw30 — Kello Media
የሰርጥ አድራሻ: @kellomediaw30
ምድቦች: ፖለቲካ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.40K
የሰርጥ መግለጫ

Jeedala ta'ee wagga 100 jiraachuu irra qeerransa ta'ee guyyaa aade du'uu naaf wayya
Hundumtuu guuteet miti
Irra keessa kolfinaa
Kan kaleessaayyu hin qoorre
Madaa keenya hin horfiinaa!
we love Our flag!🟥🟩🟥

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-07-06 11:23:44 "Namoota Maqaa qabsootiin Awwaday, Haramaayaa, harar, Fi kkf Keessaa Qarshii 2500 fuudhaa jiranii Fi Kanneen Nuti Qabsaa'ota jechuu qofaan Hawaasa irraa saamaa jiran Dhagayaa jirraa KANAAFUU Namoota Akkasii Odeeffannoo keessaan nuuf Ergaa
WBOn kallattii mataa isaa qaba waan ta'eef Jaarraa kana keessa sobamuun hin hin jirtuu
#Namoota Qarshii Namaa fuudhanii miliqaniis tokko Tokkoon suuraa isaaniitii wajjiin isiniif saaxilla Yoo Ofirraa deebisuu baatan
Share godhaa bakka hundaan gahaa
Jaal Lalisaa Lammii Irraa share Waliif godhaa
678 views08:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:20:20
Humna Haaraa itti muddi.

Gidduu Galaa Salaaleetti har'a haala kanaan Miseensoota WBO haaraa Leenjisamanii Eebbifaman .
655 views08:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:19:00 Of eeggannoo!

Warri daandii Naqamtee Gimbii deemtan eeggannoo jabeesaa.
Waraanni Weerartuu 3f'n 3fi konkolaatan tokko obbaatee sun bakkuma lolli turetti reeffa awwaalata waan jirtuf eeggannoo taasisaa.
3f'n lama daandiidhuma irratti abiddi irraa ifa jira.
580 views08:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:17:33
#Injifannoo_Gujii_Lixaa_Ona_Malkaa_Sooddaa
548 views08:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:16:23 #ILAALAA_hojii_GIRRISAA_Gandummaan_Miite!

Shira Oromoo qoqqooduu kana irraa dhaabbadhaa.

Amma Jaal Sheekh Kamaal Heeboo ARSII Taanaan OLOLA ofaa Jiru!
=============================

Oromoo ARSIIs ta'e kan biroo yoo lola dhaqe wareegamuu mala. Suni hiree Rabbi irraa katabamtee guyyaa isaatti eenyu iyyuu ni wareegama.

W3ON diina Oromoo heedduu ajjeessee ofiifiis Saba isaaf lubbuu takkittii kennuuf bahe. Nuti Saba bilisa baasuuf Oromiyaa walaboomsuuf malee ofiif jiraanna jennee yaadne hin beeknu.

Sababnii oloollii akkanaa deemuuf maaliif Eenyutu oloola kana oofaa jira

1. Oromoo naannummaan gargar qoqqooduuf
2. Ummata biratti fudhatama dhabsiisuuf
3. W3O diiguuf ta'e jedhanii girriisoonnii Kan uumanii
4. Kutaa fi Amantaan Oromoo gargar qoqqooduuf itti yaadamee Kan qindaa'ee.

Eenyutu oloola kana oofaa jira

1. Girriisaa fi Tika PP follower gurguddootu oofaa jira.

2. Guyyaa walgahii cufaa Sana Kan wixinamee fi akka oloolli kuni afarsamuu mootii Girrootiin qajeelfamni itti Kan keename ta'uus bira geenyeerra.

Walumaa galattii W3On Walloo Shawaa Jimmaa Wallaggaa Booranaa Gujii Harargee Arsii Iluu Baalee keessaa wareegamaatuma jira maaliif nama tokko irrattii ololaa ooltu. Guyyaattii W3ON tokkoo oliyyuu wareegamuu danda'a kuni maaltu Adda godhe ? Sabaaf wareegamuufu bayee Kan isaa maaltu Adda taasise?

Hundaafuu wanta hinqulleefatinitti oloola oofuun shira duubaa xaxaa jirtan ofsaaxilaa jirtu dhaabbadhaa. Ummata hin burjaajjesinaa hinkijibinaa dhugaa dubbachuuf yaalaa.

W3ON Oloolaan hindhaabane Oloolaan hindiigamu.
537 views08:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:15:18
494 views08:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:15:13 Oduu gaddaa
Magaalaan naqamtee ammas dhiiga ilmaan ishee aarsaa kafalaa jirti.Suuraan asii gad agartan kun ilmaan oromoo ,oromummaa isaaniin yakkamanii mana hidhaa waajjira tikaa ykn dehininnetii magaalaa naqamtee keessaa baafamanii kan rashanaman dha.
Taateen kun gaafa guyyaa 13/10/2014 halkan sa'aa 2:00 irratti mana hidhaarraa baasuun gullisoo maqaa addaa bakka kireecharii jedhamutti geeffamuun rashanaman.Gullisoon wallagga bahaa aanaa waayyuu tuqaa fi sibuu siree daangessa.
Bakka kanatti torban lamaa asitti kana ajjeefamanii gataman namoota kudha tokko gahaaniiru.
Namoota achitti geeffamanii ajjeefaman keessaa ammatti kan barame abbaa shamizii iskuweerii yennaa ta'u maqaan isaa Waalelliny Eeleyaas ( Maammush Eeleyaas ) jedhama.Inni moggaa garasii irraa mul'atu ammoo nama magaalaa siree irraa dhufe ta'uutu himamaa jira .warri beektan adda baasaatii beeksisaa.
Maammush Eeleyaas gaafa 02/10/2014 buufata awutoobisii fuulduratti baajaajii keessatti namuma nagaan karaa isaa deemaa jiru qabatanii reebaa hidhaatti galchan.Manni isaas sakatta'aamee harka isaarrattis osoo homtuu hin argamin dararaan hamaa eega irratti raawwatamee booda haadha manaasaa hidhanii isammoo baasanii ajjeesanii gatan.Maammusha abbaa ilma tokkooti.
Jarreen kun akka ajjeefamaniif murtii kan laatan hogganaa qajeelcha poolisii godinaa,hogganaa tika finfinnee gadii,hogganaa poolisii magaalaa,bulchiinsaa fi nageenya godinaa fi magaalaa ta'uu icciitii waajjira isaanii keessaa bahe nii addeessa.hoggantootni waajjira kanaa cufti itti gaafatamummaa jalaa hin bahaani
504 views08:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-06 11:13:18 #Haasaya_Hangasa Ibrahim keessaa kan fudhatame…

-Iccitii ajjeechaa Hacaaluu qabadheen dhufa. Oromoo goota kee dhabdee taaziyaa teessee jirta. Hin taayin.

- Hattuun “Shanee” kijibaa ijaartee ummata ficcisiisti jechuun Kan Jaal Marroon ala Kan Ofiif Sangaanfaa hundeessan jechuudha.

- Drama Hacaaluu Jawartu ajjeese jedhu dalaganii bar.

- Huletenayinet shane new yalew!

- Ichin tenagerre lemut

- Ewuneteynaw ye Jaal Marroo Shane ayidelem Amharan eyegedele yalew.

- Bedenb semugn ! Forjidu Shane new eyegedele yalew. Esun ye feberkut ene Shimallis nachew. Dhugaa dubbadheen du'a.

- Shaneen nu baqachaa jira jedhu. Kijiba isaantu Shanee baqachaa jira

- Shimallis Abdisa, Fiqadu Tasammaa fi Araarsaa Mardaasaatu shira xaxa.

- Taye isaaf dubbachaa jira. Taayyee dhabamsiisuu hin dandeessan.

- Mil.3 akka ani ajjeefamu Muhadin Jebel ilma Jimmaa qacartanii isin dide. Kanaaf ajjeeftan.

- Ummanni isin hin jaalatu, argaa keessan hin barbaadu. Tufamtanittuu . Biyyaas hin baqadhu !!

- Kijibee kursii sin jala hin qabu. Yaa Naf@$nya Naf@$nyaa caaltu. Yaa Booyyee

Waan ajaa’ibaatu asi bayuuf deema! !!
587 views08:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-03 20:06:05 Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebbeetti namootni asiin gadiitti waraana mootummaa nama nyaataa Raayyaa Ittisa biyyaa,Humna addaa Oromiyaa fi milishaa gandaa(humna dhiitee kufaa) waliin ta'uun uummata aanichaa maqaa isin deggertoota shaneeti jedhuun uummata aanichaa irratti yakka suukaneessaa raawwachuun namoota beekamaniidha.
1. Jamaal Huseen- Bulchaa aanaa
2. Haftee Ittafaa- I/G/Nageenyaa
3. Moosisaa shifarraa- I/G/badhaadhinaa
Yammuu ta'an jarreen kun bara 2018 irraa eegalanii akka aanichaatti waraana mootummaa waliin wal ta'uun adda durummaadhaan namoota aanichaa irratti yakka suukaneessaa raawwataa turuu isaaniitiif uummatni aanicha keessa jiraatu marti ragaadha. Yakka namootni kun waraana biltsiginnaa dura bu'uudhaan uummataa aanichaa irratti raawwatan keessaa muraasni kan armaan gadiiti:

# Maqaa isin deggertoota shaneeti jechuun namoota nagaa hojjettoota mootummaa,daldaltoota,qotee bultootaa fi jiraattota magaalaa fi baadiyyaa aanichaa mana jireenyaa isaaniitti waraana itti geessuun ajjeesisuu.
# waraana fayyadamuudhaan Manaa fi qabeenya jiraattota aanichaa gubsiisuu akkasumas saamsisuu.
# Maqaa isin deggertoota shaneeti jechuun hojjettoota mootummaa dabalatee jiraattota aanichaa hedduu ta'an qe'ee isaanii irraa godaansisuu fi bakka itti baqatanitti hordofsiisuun ajjeessisuu.
# Namoota nagaa hidhaadhaan dararuu,waraanaan mana namootaa irra deemuun dararuu fi sodaachisuu.
# Maqaa deggertoota shaneeti jedhuun erga hiisisanii booda mana hidhaatii baasanii bosonatti geessanii ajjeesisanii gatuun reeffa namoota nagaa bineensa nyaachisiisuuu. FKN Luba waldaa Makkaana Yesuusii Ganda Jogee Badhaasoo Luba Ittafaa Takkatuu fi Dargaggoo Damee Elsayii Ganda Ganjii Qeebbee kan ta'e akkasumas dargaggoota maqaan isaanii hin beekamne gandoota biraa irraa dhoksaadhaan fidanii hidhaman baayinaan namoota saddeet(8) ta'an mana hidhaa waajjira poolisii Magaalaa Qeebbeetii baasanii ajjeesisuu isaaniitiif ragaan hawaasa keessaa dhaga'amu qabatamaan akka jiru mikaneefamee jiraachuu.
Lubbuu namoota garmalee balleessitaniif qabeenya namoota nagaa ibbidaan gubsiiftaniif tarkaanfiin madaalawaa akka isinirratti fudhatamu quba qabaadhaan dhaamsa Qeerroo Bilisummaa Oromooti .
1.1K views17:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-03 18:58:39
Girroon muranoo gootaa fi kaayyoo isaa hin beekne, injifannoos ta'e wareegamuu gootaa yeroo haasoftu namatti hin tolu.

Jaal Ustaaz Kaamil Heeboo dhiira harmeen Oromoof deesse malee, kan girrisni gandaan wal ijaarte kan gandashee qofaa gootee isa xiqqeessituu miti.

WBOn kan Oromoo fi Oromiyaati. Ati mana taa'ii oduu oliif gad mooqi. Inni siin gowwaa kana bilisoomsuuf jecha waa meeqa dhandhamee!
914 views15:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ